Artist Miikiyaas Charinnat 'dhibee tasaan' du'e
Daataa qusachuuf barreeffama qofa dubbisi Madda suuraa, Mikiyas Cherinet / Facebook Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 2 Artistiin beekamaa wallee isaa garagaraan beekamu Miikiyaas Charinnat dhibee tasaan du'aan boqochuun dhagahame. Artistin kuni magaalaa Wal Qixxee keessatti guyyaa Sambata kaleessaa hojii muuziqaa akka dhiheessu eegama…